Episode 5: Health Misinformation

Are you getting accurate health information? We’ll tackle vaccine myths, fake treatments, and health-related misinformation.

Tune in every Sunday at 5:30 PM on Fana FM Shashemene 103.4 for new episodes in Afaan Oromoo!

This initiative is funded by the European Union, implemented by r0g_agency for open culture and critical transformation, and proudly carried out in partnership with Positive Peace Ethiopia.

Odeeffannoo fayyaa dhugaa argachaa jirtuu? kutaa kana keessatti Waa’ee odeeffannoo sobaa fayyaa waliin walqabatan irratti ni mari’anna 📻 Sanbata Guddaa sa’aatii 11:30 irratti Faanaa FM Shashemene 103.4 irratti nu waliin ta’aa.

Pirojektiin kun maallaqa Gamtaa Awurooppaatiin kan Deeggaramu yoo ta’u, Dhaabbata r0g_agency for open culture and critical transformationiin, Positive Peace Ethiopia waliin ta’uun kan raawwatamudha.

🔗 Subscribe to catch new episodes weekly.

share post on social media...

continue reading...

Aller au contenu principal