Episode 7: The Psychology of Misinformation

Episode 7 explores the psychology of misinformation – why people believe fake news and how emotional and social factors fuel its spread.

We unpack cognitive biases, emotional triggers, and social influences that make misinformation so persuasive.

Originally aired on Fana FM Shashemene 103.4 at 5:30 PM.

This initiative is funded by the European Union, implemented by r0g_agency for open culture and critical transformation, and proudly carried out in partnership with Positive Peace Ethiopia.

Namoonni oduu sobaa maaliif amanuu?
Kutaa sagantaa kana keessatti, dhiibbaa hawaasummaa fi ka’umsa sammuu odeeffannoo dogoggoraa akkas amansiisaa taasisan irratti mari’anna.
Sanbata Guddaa kana sa’aatii 11:30 irratti Faanaa FM Shashemene 103.4 irratti dhaggeeffadhaa.

Pirojektiin kun maallaqa Gamtaa Awurooppaatiin kan Deeggaramu yoo ta’u, Dhaabbata r0g_agency for open culture and critical transformationiin, Positive Peace Ethiopia waliin ta’uun kan raawwatamudha.

share post on social media...

continue reading...

Skip to content