Episode 6: The Future of Fact-Checking & Media Literacy

Episode 6 dives into the future of misinformation and media education.
We unpack AI-powered fact-checking tools, digital challenges, and the skills young people need to stay informed.

Originally aired on Fana FM Shashemene 103.4 at 5:30 PM

This initiative is funded by the European Union, implemented by r0g_agency for open culture and critical transformation, and proudly carried out in partnership with Positive Peace Ethiopia.

🔍 Odeeffannoon dogoggoraa akkamitti guddachaa deemaa?
Kutaa sagantaa kana keessatti, adeemsa mul’achaa jiru, meeshaalee AI dhugaa ittiin sakattanu, fi fuuldura beekumsa miidiyaa irratti mari’anna.
📻 Sanbata Guddaa kana sa’aatii 11:30 irratti Faanaa FM Shashemene 103.4 irratti dhaggeeffadhaa.

Pirojektiin kun maallaqa Gamtaa Awurooppaatiin kan Deeggaramu yoo ta’u, Dhaabbata r0g_agency for open culture and critical transformationiin, Positive Peace Ethiopia waliin ta’uun kan raawwatamudha.

share post on social media...

continue reading...

Aller au contenu principal